- 
	                        
            
            Iyyoob 14:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
21 Ilmaan isaa ulfina argatu, inni garuu kana hin beeku;
Isaan gatii kan hin qabne taʼu, inni garuu kana hin hubatu.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Lallaba 6:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
12 Bara jireenyaa isaa isa gabaabaa fi gatii hin qabne, isa akkuma gaaddidduutti darbutti wanta gaarii namni tokko gochuu qabu eenyutu beeka?+ Namni tokko erga duʼee booda wanta aduu jalatti raawwatame isatti himuu kan dandaʼu eenyu?
 
 -