- 
	                        
            
            Lallaba 9:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban. 6 Kana malees, jaalalli, jibbii fi hinaaffaan isaanii badeera; sana booda wanta aduu jalatti raawwatamu keessaa homaa qooda hin qaban.+
 
 -