27 Nyaata baduuf utuu hin taʼin, nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf,+ isa Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan, inni isa duratti fudhatama argachuu isaa argisiisuuf chaappaa isa irratti godheera.”+