LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 49:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isaan namoonni ogeeyyiin illee akka duʼan,

      Inni gowwaanis taʼe inni hubannaa hin qabne waliin akka badan,+

      Qabeenya isaaniis warra kaaniif dhiisanii deemuuf akka dirqaman ni ilaalu.+

  • Lallaba 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Hojii aduudhaa gaditti hojjetame hundumaa nan arge,

      Kunoo, wanti hundi gatii hin qabu, akkuma bubbee duukaa fiiguu ti.+

  • Lallaba 2:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Sababiin isaas, namni ogeessis taʼe namni gowwaan bara baraaf hin yaadatamu.+ Guyyoota dhufanitti namni hundi ni irraanfatama. Namni ogeessis akkuma namni gowwaan duʼutti ni duʼa.+

  • 1 Ximotewos 6:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sababiin isaas, gara addunyaatti homaa fidnee hin dhufne, homaas fudhannee deemuu hin dandeenyu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi