LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 39:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dhugumaan namni hundi akkuma gaaddidduutti ni deema.

      Akkanumaan asii fi achi joora.*

      Eenyu akka itti fayyadamu utuu hin beekin qabeenya tuullata.+

  • Fakkeenya 11:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Guyyaa dheekkamsaatti qabeenyi* faayidaa hin qabu,+

      Qajeelummaan garuu duʼa irraa nama oolcha.+

  • Fakkeenya 23:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Qabeenya argachuuf of hin dhamaasin.+

      Takka dhaabbadhuutii hubannaa akka qabdu argisiisi.*

  • Lallaba 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ani nama na booda dhufuuf dhiisee waanan darbuuf,+ wantan samii jalatti baayʼee itti dadhabee argadhe hundumaa nan jibbe.+

  • Luqaas 12:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 achiis ofii* kootiin, “Ati,* wantoota gaggaarii hedduu waggaa baayʼeedhaaf si gaʼu qabda; egaa dhimma hin qabaatin, nyaadhu, dhugi, gammadis” nan jedha.’ 20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi