Faarfannaa 39:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dhugumaan namni hundi akkuma gaaddidduutti ni deema. Akkanumaan asii fi achi joora.* Eenyu akka itti fayyadamu utuu hin beekin qabeenya tuullata.+ Luqaas 12:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe.
6 Dhugumaan namni hundi akkuma gaaddidduutti ni deema. Akkanumaan asii fi achi joora.* Eenyu akka itti fayyadamu utuu hin beekin qabeenya tuullata.+
20 Waaqayyo garuu, ‘Gowwaa nana, halkanuma kana lubbuu kee si irraa fudhachuu barbaadu. Egaa wanti ati walitti qabatte kun eenyuuf taʼa ree?ʼ+ isaan jedhe.