Lallaba 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sababiin isaas, namni ogeessis taʼe namni gowwaan bara baraaf hin yaadatamu.+ Guyyoota dhufanitti namni hundi ni irraanfatama. Namni ogeessis akkuma namni gowwaan duʼutti ni duʼa.+ Roomaa 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+
16 Sababiin isaas, namni ogeessis taʼe namni gowwaan bara baraaf hin yaadatamu.+ Guyyoota dhufanitti namni hundi ni irraanfatama. Namni ogeessis akkuma namni gowwaan duʼutti ni duʼa.+
12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+