Lallaba 6:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Namni ogeessi nama gowwaa caalaa faayidaa maalii argata?+ Yookiin hiyyeessi akkamitti akka jiraatu beekuun isaa* faayidaa maalii isaaf argamsiisa? Roomaa 5:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+
8 Namni ogeessi nama gowwaa caalaa faayidaa maalii argata?+ Yookiin hiyyeessi akkamitti akka jiraatu beekuun isaa* faayidaa maalii isaaf argamsiisa?
12 Kanaan kan kaʼes, cubbuun karaa nama tokkoo addunyaatti gale, duutis karaa cubbuu dhufe;+ kanaafuu, namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif, duuti namoota hundumaa waliin gaʼe.+