- 
	                        
            
            Lallaba 2:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Achiis garaa kootti, “Wanti gowwaa irra gaʼu ana irras ni gaʼa” nan jedhe.+ Maarree, akka malee ogeessa taʼuudhaan buʼaa maaliin argadhe? Kanaafuu, garaa kootti, “Kunis wanta gatii hin qabne dha” jedheen yaade. 16 Sababiin isaas, namni ogeessis taʼe namni gowwaan bara baraaf hin yaadatamu.+ Guyyoota dhufanitti namni hundi ni irraanfatama. Namni ogeessis akkuma namni gowwaan duʼutti ni duʼa.+
 
 -