Faarfannaa 49:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isaan namoonni ogeeyyiin illee akka duʼan,Inni gowwaanis taʼe inni hubannaa hin qabne waliin akka badan,+Qabeenya isaaniis warra kaaniif dhiisanii deemuuf akka dirqaman ni ilaalu.+
10 Isaan namoonni ogeeyyiin illee akka duʼan,Inni gowwaanis taʼe inni hubannaa hin qabne waliin akka badan,+Qabeenya isaaniis warra kaaniif dhiisanii deemuuf akka dirqaman ni ilaalu.+