-
Baʼuu 1:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yeroo boodas mootii haaraan Yoseefiin hin beekne biyya Gibxii bulchuu jalqabe.
-
-
Lallaba 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Namni namoota bara durii yaadatu hin jiru;
Warra yeroo booda dhufanis kan yaadatu tokko illee hin jiru;
Isaanis warra yeroo booda dhufan biratti hin yaadataman.+
-