Lallaba 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Sababiin isaas, namni ogeessis taʼe namni gowwaan bara baraaf hin yaadatamu.+ Guyyoota dhufanitti namni hundi ni irraanfatama. Namni ogeessis akkuma namni gowwaan duʼutti ni duʼa.+ Lallaba 9:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban. Isaayyaas 40:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dhagaʼi, inni tokko, “Labsi!” jechaa jira. Inni kan biraan immoo, “Maalan labsa?” jedhee gaafata. “Foon* hundi marga lalisaa dha. Jaalalli isaanii inni amanamaan hundi akkuma daraaraa dirree ti.+
16 Sababiin isaas, namni ogeessis taʼe namni gowwaan bara baraaf hin yaadatamu.+ Guyyoota dhufanitti namni hundi ni irraanfatama. Namni ogeessis akkuma namni gowwaan duʼutti ni duʼa.+
5 Warri lubbuudhaan jiran akka duʼan beeku;+ warri duʼan garuu homaa hin beekan;+ yaadannoon isaanii hundi waan irraanfatameef,+ sana booda isaan gatii* argatan hin qaban.
6 Dhagaʼi, inni tokko, “Labsi!” jechaa jira. Inni kan biraan immoo, “Maalan labsa?” jedhee gaafata. “Foon* hundi marga lalisaa dha. Jaalalli isaanii inni amanamaan hundi akkuma daraaraa dirree ti.+