LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Guyyoonni koo kolloo nama wayyaa dhaʼuu caalaa ni ariifatu,+

      Abdii malees ni dhumu.+

  • Lallaba 2:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sababiin isaas, namni tokko ogummaa, beekumsaa fi dandeettiidhaan geggeeffamee jabaatee hojjeta; taʼus gaʼee isaa* nama hojicha hin hojjenneef dabarsee kenna.+ Kunis wanta gatii hin qabnee fi baayʼee nama gaddisiisu* dha.

  • Roomaa 8:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Uumamni wanta gatii hin qabneef bitameera;+ taʼus kan bitame fedhii isaatiin utuu hin taʼin, karaa isa abdiidhaan akka bitamu godhe sanaatiini;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi