LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lallaba 2:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ani nama na booda dhufuuf dhiisee waanan darbuuf,+ wantan samii jalatti baayʼee itti dadhabee argadhe hundumaa nan jibbe.+

  • Lallaba 5:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namni tokko akkuma gadameessa haadha isaa keessaa qullaa isaa baʼetti, qullaa isaa deebiʼee deema.+ Hojii jabaatee hojjete hundumaa irraa wanta fudhatee deemuu dandaʼu tokko illee hin qabu.+

      16 Kunis wanta baayʼee nama gaddisiisu* dha: Inni akkuma dhufetti deebiʼee deema; namni bubbeedhaaf jabaatee hojjetu buʼaa maalii argata ree?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi