-
Uumama 8:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Ammaa jalqabee sanyii facaasuunii fi haamuun, qorrii fi hoʼi, bonnii fi ganni, akkasumas guyyaanii fi halkan matumaa lafa irratti addaan hin citu.”+
-
-
Faarfannaa 19:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Ishiin fiixee samii isa tokko irraan baatee
Gara fiixee isa kaaniitti naannofti;+
Wanti hoʼa ishii jalaa dhokatu tokko illees hin jiru.
-