-
Faarfannaa 37:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Wanta hedduu hamoonni baayʼeen qaban caalaa
Wanta xinnoo namni qajeelaan qabu wayya.+
-
-
Fakkeenya 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Jalʼina haqaatiin galii guddaa argachuu mannaa,
Qajeelummaadhaan wanta xinnoo argachuu wayya.+
-