LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 16:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Jalʼina haqaatiin galii guddaa argachuu mannaa,

      Qajeelummaadhaan wanta xinnoo argachuu wayya.+

  • Fakkeenya 30:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Wanta dhugaa hin taanee fi soba na irraa fageessi.+

      Hiyyeessas taʼe sooressa na hin godhin.

      Nyaatuma na gaʼu qofa naaf kenni,+

       9 Kunis, quufee akkan si hin ganneef, akkasumas “Yihowaan eenyu?” akkan hin jenneef+

      Yookiin hiyyeessa taʼee hatuudhaan maqaa Waaqa kootii akkan hin salphisneefi.*

  • 1 Ximotewos 6:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Dhugaa dubbachuuf, Waaqayyoof kan bulan taʼuun,+ waan qabanitti gammadanii jiraachuu* wajjin buʼaa guddaa argamsiisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi