Faarfannaa 15:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yaa Yihowaa, keessummummaadhaan dunkaana kee keessatti kan simatamu eenyu? Gaara kee isa qulqulluu irra kan jiraatu hoo eenyu?+ 2 Nama balleessaa malee* deddeebiʼu,+Nama wanta sirrii taʼe raawwatu,+Akkasumas nama garaa isaatti dhugaa dubbatu.+
15 Yaa Yihowaa, keessummummaadhaan dunkaana kee keessatti kan simatamu eenyu? Gaara kee isa qulqulluu irra kan jiraatu hoo eenyu?+ 2 Nama balleessaa malee* deddeebiʼu,+Nama wanta sirrii taʼe raawwatu,+Akkasumas nama garaa isaatti dhugaa dubbatu.+