LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 15:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Nama michoota isaatiif lubbuu isaa dabarsee kennu caalaa, eenyu iyyuu jaalala guddaa qabaachuu hin dandaʼu.+

  • Efesoon 5:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin abbootiin manaa, akkuma Kiristoos gumii jaallatee fi ofii isaa dabarsee isaaf kenne,+ haadhotii manaa keessan jaallachuu keessan itti fufaa;+

  • Mulʼata 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Isaanis dhiiga Hoolichaa+ fi dubbii dhugaa baʼiinsa isaaniitiin+ kan kaʼe isa injifataniiru;+ hamma duʼaatti illee lubbuu* isaanii hin mararsiifanne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi