-
Weedduu Weedduu Caalu 4:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Yaa jaalallee too, ati bareedduu dha.
Ati bareedduu dha.
Ijji kee shaashii kee keessatti akkuma ija gugee ti.
Rifeensi kee akkuma tuuta reʼootaa
Gaarota Giiliyaad+ irraa gad yaaʼuu ti.
-