LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 32:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Ilmaan Ruubenii+ fi ilmaan Gaad+ horii hedduu qabu turan; isaanis biyyi Yaazeerii+ fi biyyi Giiliyaad naannoo horiidhaaf gaarii taʼe taʼuu isaa ni argan.

  • Keessa Deebii 3:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo sanatti lafa kana dhaalaan ni fudhanne. Innis naannoo Aroʼer+ ishii Sulula* Arnoon biratti argamtu irraa jalqabee jiruu fi walakkaa naannoo gaarotaa Giiliyaad kan dabalatu ture; anis magaalota ishii Ruubenotaa fi Gaadotaaf nan kenne.+

  • Weedduu Weedduu Caalu 6:5-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Ijji kee+ waan na boojiʼeef,

      Na irraa kaasi.

      Rifeensi kee akkuma tuuta reʼootaa

      Irraan gadee Giiliyaad irraa gad buʼaa jiruu ti.+

       6 Ilkaan kee akkuma hoolota

      Dhiqamanii gad baʼaa jiranii ti,

      Hundi isaanii lakkuu lakkuu dhalu,

      Isaan keessaa ilmoo ishii kan dhabde tokko illee hin jirtu.

       7 Maddiin* kee shaashii kee keessatti

      Akkuma romaanii bakka lamatti hiramee ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi