LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Weedduu Weedduu Caalu 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Yaa jaalallee too, ati bareedduu dha.

      Ati bareedduu dha. Ijji kee akkuma ija gugee* ti.”+

  • Weedduu Weedduu Caalu 4:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Yaa obboleettii too, yaa misirroo too, onnee koo boojiteetta,

      Liphsuu ija kee tokkoon,

      Callee mormaa kee tokkoonis onnee koo boojiteetta.+

  • Weedduu Weedduu Caalu 7:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Mormi kee+ akkuma masaraa ilka arbaatiin tolfamee ti.+

      Ijji kee+ lamaan akkuma bishaanota kuufamoo Heshboon+

      Warra karra Baatraabiim biratti argamanii ti.

      Funyaan kee akkuma masaraa Libaanon

      Isa gara Damaasqootti garagale sanaa ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi