-
1 Mootota 5:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kanaafuu, Hiiraam akkana jedhee Solomoonitti dhaame: “Ergaa ati natti ergite dhagaʼeera. Anis saanqaa gaattiraa fi birbirsaa siif qopheessuudhaan wanta ati barbaaddu hunda nan godha.+ 9 Tajaajiltoonni koos Libaanonii gara galaanichaatti gad isaan ni fidu; achiis ani walitti isaan hidhee galaanicha irra kaaʼee bakka ati jettetti siif nan erga. Ani achitti akka hiikaman nan godha; atis achii isaan fudhachuu dandeessa. Ati immoo gama keetiin soorata ani si gaafadhu maatii kootiif ni dhiheessita.”+
-