LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 2:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ammas gooftaan koo qamadii, garbuu, zayitii fi daadhii wayinii tajaajiltoota isaatiif kennuuf waadaa gale haa ergu.+ 16 Nutis Libaanonii+ mukeetii hamma ati barbaaddu murree walitti isaan hidhuudhaan galaanicha irra gara Yoopheetti+ siif ni finna; atis gara Yerusaalemitti isaan fudhatta.”+

  • Izraa 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaan warra dhagaa bocanii+ fi ogeeyyii harkaatiif+ maallaqa ni kennan; Qiiros mootiin Faarsi akka isaaniif heyyamettis+ saanqaa muka gaattiraa galaana irra kaaʼanii Libaanon irraa gara Yoopheetti+ waan fidaniif, isaan warra Siidoonii fi warra Xiirosiif nyaata, dhugaatii fi zayitii ni kennan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi