1 Mootota 5:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Isaan dhagoota bocamaniin buʼuura manichaa kaaʼuuf,+ ajaja mootichaatiin dhagoota guguddaa+ fi dhagoota gatii guddaa qaban+ ni baasu turan.
17 Isaan dhagoota bocamaniin buʼuura manichaa kaaʼuuf,+ ajaja mootichaatiin dhagoota guguddaa+ fi dhagoota gatii guddaa qaban+ ni baasu turan.