-
2 Saamuʼel 8:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kana malees, Daawit tajaajiltoota Hadaadʼezeer irraa gaachanoota warqii fudhatee gara Yerusaalemitti fide.+
-
-
2 Mootota 11:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis lubichi eeboowwanii fi gaachanoota mana Yihowaa keessa turanii fi kan Daawit Mootichaa taʼan ajajjoota dhibbaatiif ni kenne.
-