-
Baʼuu 36:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis dunkaana godoo qulqulluu sana akka uwwisuuf rifeensa reʼee irraa huccuuwwan dunkaanaa ni tolche. Huccuuwwan dunkaanaa inni tolche 11 turan.+
-