Weedduu Weedduu Caalu 7:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Mukti wayinii akka late,Daraaraan akka daraare,+Mukti romaaniis akka daraare ilaaluuf,+Ganamaan kaanee gara maasii wayinii haa dhaqnu. Anis achitti jaalalan siif qabu nan ibsa.+
12 Mukti wayinii akka late,Daraaraan akka daraare,+Mukti romaaniis akka daraare ilaaluuf,+Ganamaan kaanee gara maasii wayinii haa dhaqnu. Anis achitti jaalalan siif qabu nan ibsa.+