-
Weedduu Weedduu Caalu 2:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Firiin muka harbuu inni jalqabaa bilchaateera;+
Mukti wayinii daraareera, urgaaʼaa jiras.
Yaa jaalallee too, kaʼiitii kottu.
Yaa bareedduu too, naa wajjin kottu.
-