LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 10:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Fardeen Solomoon biyya Gibxiitii fichisiifamu turan; daldaltoonni mootichaas tuuta fardeenii* sana gatii dhaabbataa taʼeen bitu turan.+

  • 2 Seenaa Baraa 1:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Fardeen Solomoon biyya Gibxiitii fichisiifamu turan;+ daldaltoonni mootichaas tuuta fardeenii* sana gatii dhaabbataa taʼeen bitu turan.+ 17 Gaariin fardaa Gibxiidhaa fichisiifamu tokkoon tokkoon isaa meetii sheeqilii* 600 baasa ture; fardi tokkos meetii sheeqilii 150 baasa ture; isaan immoo deebisanii gara guutummaa mootota Heetotaa fi mootota Sooriyaatti isaan ergu turan.

  • Weedduu Weedduu Caalu 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 “Yaa jaalallee too, ati akkuma Tirzaa*+ bareedduu dha,+

      Akkuma Yerusaalem miidhagduu dha,+

      Akkuma raayyaawwan faajjii isaaniitti marsanii jiraniitti baayʼee nama hawwatta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi