15 Yeroo kanatti Mordekaay uffata mootii bifa cuquliisaa fi adii uffatee, gonfoo warqii guddaa kaaʼatee, uffata bifa dhiilgee suufii foʼaa baʼeessa irraa tolfamee fi irratti uffatamu uffatee mooticha duraa ni baʼe.+ Magaalaan Shushaanis gammachuudhaan ni ililchite.