Weedduu Weedduu Caalu 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Jaalalleen koo kan koo ti, anis kan isaa ti.+ Inni abaaboowwan gidduutti tiksaa jira.+ Weedduu Weedduu Caalu 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani kan jaalallee koo ti,Jaalalleen koos kan koo ti.+ Inni abaaboowwan gidduutti tiksaa jira.”+