- 
	                        
            
            Isaayyaas 42:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Kunoo, wantoonni jalqabaa raawwatamaniiru;
Amma wantoota haaraa nan labsa.
Isaan dhufuu isaanii dura, waaʼee isaanii nan dubbadha.”+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 48:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
5 Bara dheeraa dura sitti himeera.
Ati, ‘Waaqni tolfamaan koo kana godheera;
Fakkiin koo inni bocamaanii fi fakkiin koo inni sibiila irraa tolfame* kana ajajeera’ akka hin jenneef,
Kun raawwatamuu isaa dura waaʼee isaa akka dhageessu godheera.
 
 -