LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 135:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yihowaan samii fi lafa irratti, galaanotaa fi iddoowwan gad fagoo hundumaa keessatti

      Wanta gochuu barbaade hundumaa ni godha.+

  • Isaayyaas 55:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Bokkaanii fi cabbiin samii irraa gad buʼee,

      Lafa jiisuudhaan oomisha akka argamsiistuu fi akka biqilchitu,

      Isa facaasuuf sanyii, isa nyaatuufis nyaata akka kennitu utuu hin godhin akkuma ol hin deebine,

      11 Dubbiin afaan koo keessaa baʼus akkanuma ni taʼa.+

      Dhugumaan wantan itti gammadu* ni raawwata,+

      Wantan itti isa erges fiixaan ni baasa malee

      Akkanumaan gara kootti hin deebiʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi