- 
	                        
            
            Iyyaasuu 23:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
14 “Kunoo, ani duʼuufan jedha;* waadaawwan gaggaarii Waaqni keessan Yihowaan isiniif gale hundumaa keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin akka hin hafne isin garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaan akka gaariitti beektu. Hundi isaanii iyyuu isiniif raawwatamaniiru. Isaan keessaa jechi tokko illee utuu hin raawwatamin hin hafne.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 45:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
Jilbi hundi anaaf ni jilbeenfata,
Arrabni hundi amanamummaadhaan ni kakata,+
 
 -