Keessa Deebii 6:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Waaqa kee Yihowaa sodaadhu;+ isa tajaajili;+ maqaa isaatiinis kakadhu.+ Roomaa 14:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, “‘Jiraataa taʼuu kootiin nan kakadha,+ jilbi hundi anaaf ni jilbeenfata, arrabni hundis ani Waaqayyo taʼuu koo ifatti ni beeksisa’ jedha Yihowaan”*+ jedhamee barreeffameera.
11 Sababiin isaas, “‘Jiraataa taʼuu kootiin nan kakadha,+ jilbi hundi anaaf ni jilbeenfata, arrabni hundis ani Waaqayyo taʼuu koo ifatti ni beeksisa’ jedha Yihowaan”*+ jedhamee barreeffameera.