-
Isaayyaas 44:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Namni waaqa tolfatu yookiin sibiila baqfame irraa
Fakkii faayidaa hin qabne tolfatu eenyu?+
-
-
Ermiyaas 10:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Namni hundi hubannaa fi beekumsa hin qabu.
Namni sibiila tumu hundi fakkii bocameen kan kaʼe ni qaanaʼa;+
Sababiin isaas, fakkiin isaa inni sibiila irraa tolfame* soba dha,
Hafuurris fakkiiwwan kana keessa hin jiru.+
15 Isaan abjuu* fi hojii itti qoosamu dha.+
Guyyaan itti qorataman yommuu dhufu ni badu.
-