LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Anbaaqom 2:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Fakkiin bocame inni namaan tolfame,

      Faayidaa maalii qaba?

      Waaqolii gatii hin qabne warra dubbachuu hin dandeenye tolchuudhaan,

      Inni isa tolche yoo isatti amaname illee,

      Siidaan sibiilaa* fi barsiisaan sobaa faayidaa maalii qabu?+

      19 Isa mukaan, “Dammaqi!”

      Yookiin dhagaa dubbachuu hin dandeenyeen, “Kaʼi! Nu barsiisi!” jedhuuf wayyoo!

      Kunoo, inni warqii fi meetiidhaan uwwifameera,+

      Hafuurri garuu matumaa isa keessa hin jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi