Isaayyaas 40:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ogeessi harkaa waaqa tolfamaa* ni tolcha,Namni sibiila tumu warqii isatti ni uwwisa,+Meetii irraas funcaa isaaf ni tolcha. Isaayyaas 46:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Warri boorsaa isaanii keessaa warqii harcaasan jiru;Isaan madaallii irratti meetii ni madaalu. Nama sibiila tumu ni mindeessu, innis waaqa godhee isa tolcha.+ Achiis isaaf ni sagadu, eeyyee, isa ni waaqeffatu.*+
19 Ogeessi harkaa waaqa tolfamaa* ni tolcha,Namni sibiila tumu warqii isatti ni uwwisa,+Meetii irraas funcaa isaaf ni tolcha.
6 Warri boorsaa isaanii keessaa warqii harcaasan jiru;Isaan madaallii irratti meetii ni madaalu. Nama sibiila tumu ni mindeessu, innis waaqa godhee isa tolcha.+ Achiis isaaf ni sagadu, eeyyee, isa ni waaqeffatu.*+