- 
	                        
            
            Isaayyaas 6:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
9 Innis akkana jedhee naaf deebise: “Dhaqiitii saba kanaan akkana jedhi:
‘Isin irra deddeebitanii ni dhageessu,
Garuu hin hubattan;
Irra deddeebitanii ni argitu,
Garuu beekumsa tokko illee hin argattan.’+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Isaayyaas 43:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Namoota utuma ija qabanii jaamaa taʼan,
Utuma gurra qabaniis duudaa taʼan gad baasi.+
 
 -