- 
	                        
            
            Iyyaasuu 3:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
15 Luboonni warri Taaboticha baatan Yordaanos bira gaʼanii miilli isaanii qarqara bishaanichaatti akkuma lixeen (Yordaanos guutummaa yeroo makaraatti guutee ni dhangalaʼa ture),+ 16 bishaan gubbaadhaa yaaʼaa ture sun bakkuma jirutti ni dhaabbate. Bishaanichi baayʼee fagaatee magaalaa Addaam ishii Zaaretaan biratti argamtutti akka hidha lagaatti* kaʼee ni dhaabbate; bishaan Galaana Arabaatti, jechuunis Galaana Soogiddaatti* gad yaaʼu immoo ni goge. Bishaanichi ni dhaabbate; sabichis bakka fuullee Yerikoo jirutti ni ceʼe.
 
 -