Isaayyaas 43:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Yaa Yaaqoob, Uumaan kee,Yaa Israaʼel, Yihowaan inni si tolche+ akkana jedha: “Ani waanan si fureef,+ hin sodaatin. Ani maqaa keetiin si waameera. Ati kan koo ti.
43 Yaa Yaaqoob, Uumaan kee,Yaa Israaʼel, Yihowaan inni si tolche+ akkana jedha: “Ani waanan si fureef,+ hin sodaatin. Ani maqaa keetiin si waameera. Ati kan koo ti.