Faarfannaa 100:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+ Isaayyaas 43:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Ani Yihowaa, Isa Qulqulluu+ keessan, isa Uumaa Israaʼelii+ fi Mootii keessan taʼe dha.”+ Isaayyaas 44:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yihowaan inni si uume,Inni si tolche,+Inni yeroo gadameessa keessa turte irraa* jalqabee si gargaare akkana jedha: ‘Yaa tajaajilaa koo Yaaqoob,Yaa Yeshuurun*+ isan filadhe nana, hin sodaatin.+ Isaayyaas 44:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Ati tajaajilaa koo waan taateef,Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel, wantoota kana yaadadhu. Ani si tolcheera, ati tajaajilaa koo ti.+ Yaa Israaʼel, ani si hin irraanfadhu.+
3 Yihowaan Waaqa taʼuu isaa beekaa.*+ Kan nu tolche isa dha, nutis kan isaa ti.*+ Nuti saba isaa ti, hoolota kaloo isaa keessa jirru dhas.+
2 Yihowaan inni si uume,Inni si tolche,+Inni yeroo gadameessa keessa turte irraa* jalqabee si gargaare akkana jedha: ‘Yaa tajaajilaa koo Yaaqoob,Yaa Yeshuurun*+ isan filadhe nana, hin sodaatin.+
21 “Ati tajaajilaa koo waan taateef,Yaa Yaaqoob, yaa Israaʼel, wantoota kana yaadadhu. Ani si tolcheera, ati tajaajilaa koo ti.+ Yaa Israaʼel, ani si hin irraanfadhu.+