Isaayyaas 11:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Akkuma guyyaa Israaʼel biyya Gibxii keessaa baʼetti taʼe,Saba isaa warra hafanii fi achii baʼaniifis+ daandii guddaan+ Asoor keessaa baʼu tokko ni jiraata. Isaayyaas 40:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama: “Daandii Yihowaa qopheessaa!+ Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+
16 Akkuma guyyaa Israaʼel biyya Gibxii keessaa baʼetti taʼe,Saba isaa warra hafanii fi achii baʼaniifis+ daandii guddaan+ Asoor keessaa baʼu tokko ni jiraata.
3 Lafa onaa keessaa sagaleen akkana jedhu tokko ni dhagaʼama: “Daandii Yihowaa qopheessaa!+ Gammoojjii keessattis Waaqa keenyaaf daandii guddaa qajeelaa taʼe qopheessaa.+