LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 11:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Garaan keessan isin gowwoomsee daandicha irraa akka gortan, waaqolii kan biroo akka waaqeffattanii fi isaaniif akka sagaddan akka isin hin goone of eeggadhaa.+ 17 Taʼuu baannaan, aariin Yihowaa isin irratti ni bobaʼa; innis bokkaan akka hin roobneef samii ni cufa;+ lafattiinis oomisha ishii hin kennitu; isinis daftanii biyya gaarii Yihowaan isiniif kennu irraa ni balleeffamtu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi