- 
	                        
            
            Isaayyaas 43:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Sababiin isaas, ani Waaqni kee Yihowaan,
Inni Qulqulluun kan Israaʼel, Fayyisaa kee ti.
Ani Gibxii furii godhee siif kenneera,
Itoophiyaa fi Seebaas bakka kee kenneera.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Maarqos 12:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
32 Barsiisaan seeraa sunis akkana isaan jedhe: “Barsiisaa, wanti ati dubbatte dhugaa dha, ‘Inni Tokkicha, isa malees kan biraan hin jiru’;+
 
 -