LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Kanaafuu, Yihowaan ol samii irrattis taʼe gad lafa irratti Waaqa dhugaa taʼuu isaa harʼa beeki; yaada keettis qabadhu.+ Isa malee kan biraan hin jiru.+

  • Keessa Deebii 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Yaa Israaʼel dhagaʼi: Waaqni keenya Yihowaan, Yihowaa tokkicha dha.+

  • Isaayyaas 45:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Gabaasa keessan dhiheessaa, dhimma keessan dhiheeffadhaa.

      Isaan tokkummaadhaan waliin haa mariʼatan.

      Bara dheeraa dura kana kan dubbate,

      Yeroo darbe irraa kaasees kana kan labse eenyu?

      Ana Yihowaa mitii?

      Ana malee Waaqni kan biraan hin jiru;

      Ana malee Waaqni qajeelaanis taʼe Fayyisaan hin jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi