1 Saamuʼel 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ashdoodonni guyyaa itti aanutti ganama barii yommuu kaʼan, siidaan Daagon Taabota Yihowaa duratti fuula isaatiin lafatti gombifamee argan.+ Kanaafuu, siidaa Daagon fuudhanii iddoo isaatti deebisan.+
3 Ashdoodonni guyyaa itti aanutti ganama barii yommuu kaʼan, siidaan Daagon Taabota Yihowaa duratti fuula isaatiin lafatti gombifamee argan.+ Kanaafuu, siidaa Daagon fuudhanii iddoo isaatti deebisan.+