-
Ermiyaas 51:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Wanti Yihowaan Baabilon irratti yaade,
Jechuunis wanti inni biyyi Baabilon kan sodaachistuu fi bakka namni keessa hin jiraanne akka taatu gochuuf yaade waan raawwatamuuf,
Lafti ni kirkirti, ni raafamtis.+
-