Daaniʼel 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, mootichi abjuu isaa akka isatti himaniif luboota falfala raawwatan, warra hooda dubbatan, falfaltootaa fi Kaladoota* akka waaman ajaja dabarse. Isaanis seenanii mooticha dura dhaabbatan.+
2 Kanaafuu, mootichi abjuu isaa akka isatti himaniif luboota falfala raawwatan, warra hooda dubbatan, falfaltootaa fi Kaladoota* akka waaman ajaja dabarse. Isaanis seenanii mooticha dura dhaabbatan.+